News

YouTube'n akka marsariitii viidiyoo gaggabaabaa waliif qooduu dandeenyuun jalqabe. Garuu waggaa 20ffaa hundeeffama isaa keessatti qabiyyee isaay, akkaataa itti yaadnu, miira keenya ibsinuufi itti ...
Taphattooni sarara ittisaa hammam cimaniyyuu yeroo baay'ee qalbii namoota hedduu hin booji'an. Garuu Naa'oomi Girmaa Suupper Liigii Dubartoota Ingiliziin yeroo Cheelsiif hiriiruun taphatte iji ...